Idil Addunyaa Beejiingitti weerarri Covid -19 marsaa 2ffaan hammaate Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2012 (FBC) –Beejiing weerarri vaayrasii koroonaa marsaa lammataa hammaannaan dhorkaawwan garaagaraa kaa’uu eegalte. Beejiingitti torbee darbee eegalee…
Oduu biyya keessaa Ejjennoon Gibts, marii sadee Hidha Haaroomsaa Guddichaa gufachiise – Obbo Gadduu Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Ejjennoon Gibts bishaan Abbayitti ana qofatu fayyadama jedhu marii sadee eegalame gufachiisuu Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaacgaw…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Abiy Ahimad gita isaanii Kaanaadaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gita isaanii Kaanaadaa Jestiin Truudoo waliin bilbilaan mari’atan. Dooktar Abiy Fuula…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa bakka bu’uun ambaasaaddaroonni biyyoota garagaraa ramadaman kakuu raawwatan Wabi Fufa Jun 16, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) –Ityoophiyaa bakka bu’uun ambaasaaddaroonni biyyoota garagaraa ramadaman kakuu raawwatan. Ambaasaaddaroonni haaraa muudaman guyyaa…
Idil Addunyaa Qorichi vaayrasii koroonaa lubbuu baraaruu danda’u argame Wabi Fufa Jun 16, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Qorichi vaayrasii koroonaa lubbuu baraaruu danda’u argame. Qorichi baay'ee rakasa ta'eefi salphaatti argamuu danda'u 'dexamethasone' jedhamu…
Oduu biyya keessaa Waldaan Aksiyoona Baaburaa Ityoo-Jibuutii yeroo jalqabaaf Kaappineeta baabburaa eebisiise Wabi Fufa Jun 16, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) –Waldaan Aksiyoona Baaburaa Ityoo-Jibuutii yeroo jalqabaaf Kaappineeta baabburaa eebisiise. Waldaan Aksiyoona Baaburaa Ityoo-Jibuutii Baatii ja’an…
Oduu biyya keessaa Boordiin Qorannoo Rawwii Yeroo Ariifachiisaa Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa daawwateera Wabi Fufa Jun 16, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Boordiin Qorannoo Rawwii Yeroo Ariifachiisaa Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa daawwateera. Boordichi daawwanna isaan…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Sadarkeessa Biyyaalessaa Sadarkaalee Ityoophiyaa 52 raggaasise Wabi Fufa Jun 16, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) –Manni Maree Sadarkeessa Biyyaalessaa Sadarkaalee Ityoophiyaa 52 raggaasisuu Ejansiin Sadarkeessa Ityoophiyaa beeksise. Ejansiin Sadarkeessa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 109 vaayrasii koroonaatin qabaman Wabi Fufa Jun 16, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 109 vaayrasii koroonaatin qabaman. Sa’aa 24 darbe keessatti qorannaan samuudaa namoota…
Oduu biyya keessaa Gidduugaleessi qindaawaa kenninsa tajaajila kunuunsaa fi haqaa dubartootaa fi daa’immanii hospitaala… Wabi Fufa Jun 16, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Abbaan Alangee waliigalaa Federaalaa aadde Adaanecha Abeebee gidduu galeessa qindaawaa kenninsa tajaajila kunuunsaa fi haqaa dubartootaa fi daa’immanii…