Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa namoota 2 irratti mul’ate akka hin babal’anne qindoominaan…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa Magaalaa Mooyaaleetti namoota 2 irratti mul'ate akka hin babal'anne qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa…