Sababa sigiga lafaatin daandiin Awaash Dirree Dawaa cufamee ture geejjibaaf banaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC)- Sababa sigiga lafaatin Daandii Awaash hanga Dirree Dawaa cufamee ture geejjibaaf banaa ta’uu ibsameera.
Hojii gaggeessaan Abbaa Taayitaa Daandiwwaanii…