Oduu biyya keessaa Buufanni Elektirikaa Amboo eebbifame Sifen Megersa Sep 20, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) – Buufanni Elektirikaa Amboo rakkoo humna elektirikaa godina Shawaa Lixaa fi naannaawwaa Amboo furuuf shoora olaanaa qabaachuu himame.…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa muudamoota garaagaraa raggaasisuun xumurame Sifen Megersa Sep 20, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) Manni Maree naannoo Gaambeellaa yaa’ii ariifachiisaa 4ffaa bara hojii 5ffaa gaggeesseen muudama Af yaa’ii naannichaa fi qaamoolee hojiiraawwchiiftuu…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Walisoo fi godina Gujii Lixaatti miseensoota Poolisiif guddinni gulataa laatame Sifen Megersa Sep 20, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) – Magaalaa Walisoo fi godina Gujii Lixaatti miseensoota Poolisiif 495f guddinni gulataa laatamu ibsameera. Magaalaa Walisoott miseensota…
Oduu biyya keessaa Doolaarri kumni dhibbi 1 fi kumni 50 seeraan ala socho’aa ture too’atame Sifen Megersa Sep 20, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) –Doolaarri kumni dhibbi fi kumni 50 karaa seeraan alaan gara Sudaanitti ce'uuf socho’aa ture magaalaa Matammaatti too’atame. Guyyaa kaleessaa…
Oduu biyya keessaa Eejansiin Dhimma hawaasa misoomaaf kaafamanii hawaasa sababa misoomaan ka’aniif Abukaatoo ta’ee ni… Sifen Megersa Sep 20, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) - Eejansiin Dhimma hawaasa misoomaaf kaafamanii hawaasa sababa misoomaan ka’aniif Abukaatoo ta’ee ni hojjata jedhame. Eejensiin dhimma…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Arteefishaal Intalajansii eebbifame Sifen Megersa Sep 20, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC ) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad giddugala Arteefishaal Intalajansii har’a eebbisiisaniiru. Giddugalli kun yaada Muummeen…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachi magaalaa Samaraa galan Sifen Megersa Sep 20, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) - Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee lammiilee balaa lolaan miidhaman deeggaruuf naannoo Afaar magaalaa Samaraa galan.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Ambootti dhagaan bu’uraa Siidaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa fi giddugala Aadaa fi seenaa… Sifen Megersa Sep 20, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC ) - Siidaa yaadannoo Artiist Haacaaluu Hundeessaa fi giddugala Aadaa fi Seenaa Oromoo magaalaa Ambootti ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ame.…
Oduu biyya keessaa Dilbata boruu Fulbaana 10, 2013 Finfinnee dameelee filatamanitti tajaajila ni kenna Wabi Fufa Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC) – Dilbata boruu Fulbaana 10, 2013 Finfinnee dameelee filatamanitti tajaajila ni kenna. Baankiin daldala Itiyoophiyaa, raabsaa birrii haaraa…
Fayyaa Biyyatiitti dhukkuboonni daddarboo hintaane sadarkaa yaadessaarra gahuun ibsame Wabi Fufa Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC) – Biyyatiitti dhukkuboonni daddarboo hintaane sadarkaa yaadessaarra gahuun ibsame. Biyyatiitti dhukkuboota onnee fi dhiphina ujummoo dhiigaa…