Idil Addunyaa Dursaan garee al Qaa’idaa ajjeefame Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee,Amajjii 29,2012 (FBC) - Yaman keessatti dursaan garee Al-Qaa'idaa ajjeefame. Dursaan garee al-Qaa'idaa biyyoota Arabaa galaanaan marfaman keessa socho'u, AQAP Qaasmal-Raaymii…
Oduu biyya keessaa Qorannoon hariiroo naannolee cimsuu danda’u gaggeeffame Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa argannoo qorannoo hariiroo naannoolee cimsuu danda’u irratti gaggeessaa ture mariif dhiyeessaa jiraachuu ibse. Ministeerichatti…
Oduu biyya keessaa Af yaa’ii Taaggasaa Caafoon miseensota paarlaamaa fi koongirasii Ameerikaa waliin… Obse Wakgari Feb 7, 2020 0 Finfinnee,Amajjii 29,2012 (FBC) - Af yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI obbo Taaggasaa Caafoon miseensota paarlaamaa fi koongirasii Ameerikaa waliin mari'atan. Af yaa'ichi…
Oduu biyya keessaa Hirmaattota yaa’ii Gamtaa Afrikaatif odeeffannoon bakkeewwan daawwannaa viidiyoo fi suuradhaan… Wabi Fufa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Hirmaattota yaa’ii Gamtaa Afrikaatif odeeffannoo bakkeewwan daawwannaa akka argataniif viidiyoo fi suuraan ba’umsa daandii Booleerratti akka tamsa’u…
Biiznasii Daldalli bilisaa aardii Afrikaa Adoolessa 2012 keessa ifatti ni eegalama Obse Wakgari Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Daldalli bilisaa aardii Afrikaa Adoolessa 2012 keessa ifatti ni eegalama. Koomiishinarri Koomiishinii Daldalaa fi Indaastirii Gataa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiin Madda Walaabuu tajaajila seeraa fi gorsaa bilisaan hawaasa godina Baaleef kennaa jira Wabi Fufa Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Yuunivarsitiin Madda Walaabuu hojii baruu fi barsiisun cinatti tajaajila seeraa fi gorsaa bilisaan hawaasa godina Baaleef kennaa jira.…
Oduu biyya keessaa Korichi hojii manneen murtii sadanii daawwate Wabi Fufa Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Koreen dhaabbii dhimmoota seeraa, haqaa fi demookraasii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI daawwannaa manneen murtiitti taasiseen rakkoon beellama…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun ergamtoota addaa biyyoota garagaraa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw yaa’ii hoji raawwachiiftota Gamtaa Afrikaa 36ffaa cinaatti ergamtoota addaa biyyoota…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaarratti Ityoophiyaan fayyadamtummaa waloo mirkaneessuuf hojjetti- Dooktar Injiinar… Obse Wakgari Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC)- Hidha Haaromsaarratti Ityoophiyaan fayyadamtummaa waloo mirkaneessuuf hojjetti jedhan ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar…
Balballoommii fi yaada Hirmaattota yaa’ii Gamtaa Afrikaatif tajaajilli qorannaa vaayrasii koroonaa laatamaa jira Obse Wakgari Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC)- Hirmaattota yaa'ii Gamtaa Afrikaatif tajaajilli qorannaa vaayrasii koroonaa laatamaa jira. Walga'iin hoji raawwachiistota Gamtaa Afrikaa…