Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Deenimaark tumsa isaanii cimsuuf waliigalan Ayana Dheressa Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Pilaaniifi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan jila Koree Imaammata Alaa Mana Maree Deenimaark waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Qajeelcha Olaanaa Fayyaa, Raayyaa Ittisaa Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis… Ayana Dheressa Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Qajeelcha Olaanaa Fayyaa, Raayyaa Ittisaa Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru.…
Ispoortii Sihuul Shiree 0 – 1 Baankii Daldalaa Ayana Dheressa Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 21ffaan Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa galchii 1 fi 0n Siihuul Shiree injifate. Zalaalam Abbabaan…
Ispoortii Wal harkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Booranaa 72ffaa sababeeffachuun dorgommiin Biskileetii eegalame Ayana Dheressa Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Wal harkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Booranaa sababeefachuun dorgommiin Biskileetii Magaalaa Finfinneetti eegalameera. Dorgommii Biskileetii Tuurii…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoo bu’uureessuun walhubannoo uumuu fi fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf hojiin hojjetame… Tsehay Guluma Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) –Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa waltajjii fooramii waloo miidiyaalee Afaan Oromoo fi Quunnamtii Uummataa waliin gaggeessaa jira. Waltajjiicharratti…
Oduu biyya keessaa Guyyaan yaadannoo Injifannoo Kaarraamaarraa 47ffaan Kabajamaa jira Tsehay Guluma Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) –Guyyaan yaadannoo Injifannoo Kaarraamaarraa 47ffaan Magaalaa Finfinneetti Kabajamaa jiraachuun ibsame. Saganticharratti Miseensonni Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Gosoota Lubbuu qabeeyyii kuma 91 oliif eegumsi taasiifamaa jira jedhame Sifen Megersa Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) –Gosoota Lubbuu qabeeyyii kuma 91 ol walitti qabuun eegumsa gochaa jiraachuu Inistiityuutiin Sirnakkoo Itiyoophiyaa. Lubbu qabeeyyiif eegumsi yoo hin…
Idil Addunyaa Chaayinaan addunyaa fooyyofte uumuuf tumsa biyyoota waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu … Ayana Dheressa Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Chaayinaan addunyaa fooyyofte uumuuf tumsa biyyoota waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsiteerti. Manni Maree Olaanaan biyyattii yaa’ii…
Ispoortii Taphoota moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a PSGn Liiverpuul… Tsehay Guluma Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Taphoonni Moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaan jalqabaa har’as itti fufuun taphatamu. Har’a halkan sa’aatii 2:45 eegalee…
Oduu biyya keessaa Kutaa Magaalaa Sulutaatti Pirojektoonni bu’uuraalee misoomaa Birrii biiliyoona 1.84 hojetamaa… Ayana Dheressa Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sulutaatti Pirojektoonni bu’uuraalee misoomaa Birrii biiliyoona 1.84 hojjetamaa jiraachuun ibsameera. Pirojektoonni…