Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachi kennaa Ayyaanaa maanguddootaf laatan Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2012 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebee giddugala maanguddootaa Aqaaqii Qaallittiitti argamuun kennaa ayyaanaa kennan.…
Oduu biyya keessaa Labsii dhiifamaa mootummaa Kuweetin lammiileen kumni 2 fi 63 gara Ityoophiyaatti deebi’an Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) –Labsii dhiifamaa mootummaa Kuweetin lammiileen kumni 2 fi 63 gara Ityoophiyaatti deebi’uu himame. Lammiileen Ityoophiyaa seera eeyyama…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Leenjii hoggansa Paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa xumurame Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2012 (FBC) –Waltajjiin leenjii hoggansa paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa torbaan tokkoof magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa ture xumurame.…
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 27 caale Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 27 caaluu ibsame. Akka ragaan ‘Woorlidoomeetirs’irraa argame…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti dabalataan namoonni 506 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 506 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Oduu biyya keessaa Guyyaa dhiifamaa sababeeffachuun deeggarsi harka qalleeyyiif taasifame Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Godina Shawaa Kibba Lixaatti Qaammee tokko guyyaa dhiifamaa sababeeffachuun harka qalleeyyii aanaalee godinichaa 3'f deeggarsi taasifame.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti Kiitiin qorannoo vaayrasii koroonaa oomishamuu eegaluuf Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Ityoophiyaatti Kiitiin qorannoo vaayrasii koroonaa baatii 1 booda oomishamuu kan eegalamu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise. Dandeettii…
Oduu biyya keessaa Guyyaan dhiifama kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaan dhiifamaa sagantaalee garaagaraan kabajamaa jiraachuu himame. Sagantaa guyyaa dhiifamaa akka magaalaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan sosochii nageenya daandii ifatti eegalame Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Sagantaan sosochii nageenya daandii biyyaalessaa mata duree ‘qaammee hanga qaammee ni geenya’ jedhuun ifatti eegalame. Sagantaa kanaan…
Oduu biyya keessaa Naannoo keenya balfaarraa,keessaa keenya jibbiinsarraa yaa qulqulleessinu –Aadde Adaanachi Abeebee Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebee addabaabayii Masqaalaatti argamuun sibiloota qarqara daandiitti argamanirratti…