Biiznasii Dhaabbilee daldalaa 25,300 irratti tarkaanfiin fudhatame Obse Wakgari Apr 8, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) – Sababii tamsa'ina vaayrasii koroonaatin daballiin gatii hin malle akka hin taasifamne hojjetamaa jiraachuun ibsame. Gareen tasgabbii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 3 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa’e Obse Wakgari Apr 8, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 3 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa'e. Sa'aa 24 keessatti namoota 225f qorannaan laabraatoorii…
Oduu biyya keessaa Proojaktiin maastar plaanii geejibaa qindaa’aa biyyoolessaa eegalame Obse Wakgari Apr 8, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) – Proojaktiin maastar plaanii geejibaa qindaa'aa biyyoolessaa eegalame. Ministeerri Geejibaa proojaktichi eegalamuu beeksiseera. Ministirri…
Fayyaa Yuunvarsiitin Jimmaa jiddugala wallaansa vaayrasii koroonaaf oolu qopheesse Obse Wakgari Apr 8, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitin Jimmaa jiddugala wallaansa vaayrasii koroonaaf oolu qopheesse. Jiddugalli Yaalaa Yuunvarsiitii Jimmaa siree namoota vaayrasii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan labsii yeroo ariifachiisaa labsite Obse Wakgari Apr 8, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf labsii yeroo ariifachiisaa labse. Mootummaan Ityoophiyaa weerara…
Teeknooloojii Twiitarri ittisa koroonaaf deeggarsa Doolaara biiliyoona 1 laachufi Obse Wakgari Apr 8, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) – Hoji raawwachiisaan Twiitarii Jaak Doorseey weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa Doolaara Ameerikaa biiliyoona 1 taasisuufi. Jaak Doorseey…
Idil Addunyaa Chaayinaan wayita vaayrasii koroonaarraa dandamachaa jirtutti, Ameerikaatti hammaachaa adhufeera Obse Wakgari Apr 8, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2012(FBC) - Chaayinaan wayita weerara vaayrasii koroonaarraa dandamachaa jirtutti, Ameerikaatti hammaachaa dhufeera. Addunyaarratti namoonni miiliyoonni 1 fi…
Biiznasii Daandichi sababii vaayrasii koroonaatin $ miiliyoo dhibba 5 fi miiliyoona 50 dhabeera Obse Wakgari Apr 8, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa sababii weerara vaayrasii koroonaatin galii Doolaara miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 50 dhabeera. Hoji…
Oduu biyya keessaa Sagantaa wabii nyaataa magaalotaatin fayyadamtoota jalqabaatif kaffaltiin baatii sadii akka… Obse Wakgari Apr 8, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2012(FBC) -Sagantaa wabii nyaataa magaalotaatin fayyadamtoota jalqabaatif kaffaltiin duraa baatii sadii akka laatamuuf murtaa'e. Koreen proojaktii seeftineetii…
Oduu biyya keessaa Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’iisaa ariifachiisaa taa’era Obse Wakgari Apr 8, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2012(FBC) - Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga'iisaa ariifachiisaa taa'era. Walga'ichaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi dhimmoota…