Korporeeshiniin Manneen Federaalaa kiraa manaa dhibbentaa 50’n hir’isuu beeksiise
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) - Korporeeshiniin Manneen Federaalaa kiraa manaa dhibbentaa 50'n hir'isuu beeksiise.
Hoji gaggeessaan korporeeshinichaa obbo Rashaad Kamaal ibsa laataniin…