Oduu biyya keessaa Aanaa Dullachaatti Volkaanoon dho’e Debela Tadesse Jan 3, 2025 0 Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC)- Naannawaa tibbana kirkirri lafaa itti mudataa ture keessaa Aanaa Dulachaa Gaara Doofan irratti Volkaanoon dhowuun eerame. Dhohiinsa Volkaanichaa hordofee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Somaaliyaan bu’uura waliigaltee isaaniin mari’achaa jiru-MDhA Debela Tadesse Jan 3, 2025 0 Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC)-Waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa bu’uureffachuun mariiwwan itti fufiinsaan gaggeeffamaa jiraachuu Ministerri Dhimma Alaa Beeksise. Dubbii Himaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Somaaliyaan tasgabbii naannawichaa mirkaneessuuf waloon hojjechuuf murannoo qabaachuu… Tsehay Guluma Jan 3, 2025 0 Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC)-Jilli Ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Injinar Ayishaa Mahaammadiin durfamu Somaaliyaatti daawwannaa hojii taasiseera. jillichi Pireezidaantii…
Idil Addunyaa Balaa Xiyyaaraa Kaaliifoorniyaatti mudateen lubbuun namoota 2 darbe Sifen Megersa Jan 3, 2025 0 Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC) – Kaaliifoorniyaa Magaalaa Fulertanitti Xiyyaarri Xiqqoon tokko caccabuun lubbuu namoota 2 galaafachuu gabaafameera. Balichaan namoota 18 irra miidhaan…
Idil Addunyaa Tuuniiziyaatti balaa galagaluu bidiruun lubbuun namoota 27 darbe Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Naannawaa qarqara Bahaa Galaanaa Tuuniiziyaatti balaa galagaluu bidiruu mudateen lubbuun namoota 27 darbuu aanga’oonni biyyattii beeksisan. Bidiruuwwan…
Biiznasii Meedirook Birrii biiliyoona 26’n Warshaa Warqee Beenishaangul Gumuzitti ijaaruufi Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Garee Investimantii Meedirook Naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Matakkal Aaanaa Bulanitti Warshaa Warqee Birrii biliyoona 26’n ijaaruuf ta’uu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Guyyoottaan kurnan itti aanaan kutaaleen biyyattii harki caalu haala qilleensaa gogaa, aduu fi… Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Guyyoottaan kurnan itti aanaan Kutaalee Itiyoophiyoo hedduutti haalli qilleensaa qorraa gogaa, aduu fi qilleensa’aan amma mul’atu cimee kan itti fufu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen misoomaa mootummaa 8 Invastimantii Holdiingii Itiyoophiyaatti makaman Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Dhaabbileen misoomaa mootummaa 8 Invastimantii Holdiingii Itiyoophiyaatti makamaniiru. Dhaabbileen kunneenis, Poostaa Itiyoophiyaa, Garee…
Biiznasii Daldala Alaa damee Hortiikaalcheriirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 200 fi miiliyoonni 16 ol argame Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Baatiwwan shanan darban keessa Daldala Alaa damee Hortiikaalcheriirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 200 fi miiliyoonni 16 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi…
Oduu biyya keessaa Tiikaad hariiroo Afrikaa Jaappaaniif murteessaa ta’uu isaan Itiyoophiyaan ni deeggarti –… Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Koonfiraansiin Idil Addunyaa Tookiyoo – Afrikaa (TICAD) hariiroo Afrikaa – Jaappaaniif murteessaa ta’uu isaan Itiyoophiyaan kan tumsiti jedhan Ministirri…