Magaalaa Dirree Daawaatti duullii sosochii ittisaa fi qorannoo Covid- 19 eegalame
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Magaalaa Dirree Daawaatti duulli sosochii ittisaa fi qorannoo vaayrasii koroonaa mata duree ‘sababa hin ta’u’ jedhuun eegalame.
Guyyaa har’aa…