Hoteelonni dabalataa ja’a adda baafamuu Ministeerri Fayyaa beeksise
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Imaltoonni biyyoota alaa irraa gara Itoophiyaa dhufan kan keessatti adda baafamanii turan hoteelonni dabalataa ja'a adda baafamuu Ministeerri Fayyaa…