Oduu biyya keessaa Balaa Ibiddaan lubbuun namoota 3 darbe Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Godina Harargee Bahaa aanaa Meettaa magaalaa Calanqootti balaa ibiddaa qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbuu himame. Balichi kan ka’e mana…
Oduu biyya keessaa Hawaasni ergaawwan ogeessota fayyaa fi mootummaarra daraban hojiirra oolchuun dhukkuba vaayrasii… Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Hawaasni ergaawwan ogeessota fayyaa fi mootummaarra daraban hojiirra oolchuun dhukkuba vaayrasii koronaarraa of eegachuu akka qabuu abbootiin Gadaa…
Oduu biyya keessaa Sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabraatooriin namoonni 106 vaayrasii koroonaarraa bilisa ta’uu… Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabraatooriin namoonni 106 vaayrasii koroonaarraa bilisa ta’uu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan dhibee vaayraasii koroonaa ittisuuf carraaqqii taasiftu Chaayinaan kan tumsituu ta’uu… Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan dhibee vaayraasii koroonaa ittisuuf carraaqqii taasiftu Chaayinaan kan tumsituu ta’uu beeksifte. Sababa vaayrasii koroonaan…
Idil Addunyaa Haleellaa raawwatameen loltoonni mootummaa Chaad 92 ajjeefaman Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Haleellaa hidhattoonni Bokohaaram raawwataniin loltoonni mootummaa chaad 92 ajjeefamuu ibsame. Haleellaa hidhattoonni kunneen naannoo…
Idil Addunyaa Tatamsa’inni vaayrasii koroonaa ariitiin itti fufeera Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Tatamsa’inni vaayrasii koroonaa ariitiin itti fufuun sadarkaa hammaatarra ga’eera jedhame. CNN tamsaasa isaa kallattiin akka gabaaseetti…
Oduu biyya keessaa Eejansiin Immigreeshinii Lammummaa fi Taateewwanii har’aa kaasee guyyootii hin murtoofnef… Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) - Eejansiin Immigreeshinii Lammummaa fi Taateewwanii har'aa kaasee guyyootii hin murtoofnef tajaajila paaspoortii laachuu dhaabe. Eejansichatti…
Oduu biyya keessaa Ibsa guutuu murtoo mootummaan naannoo Oromiyaa tamsa’ina vaayrasii koronaa to’achuuf baase Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Ibsa guutuu murtoo mootummaan naannoo Oromiyaa tamsa'ina vaayrasii koronaa to’achuuf baase. .................... Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Barattoonni yuunvarsiitii yeroodhaf gara maatii isaaniitti akka deebi’an murtaa’e Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Barattoonni yuunvarsiitii yeroodhaf gara maatii isaaniitti akka deebi'an murtaa'uu Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo beeksise.…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad Ityoophiyaanota Maalaawiirraa gara Moozaambiik osoo imalanuu lubbuu isaanii… Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaanota Maalaawiirraa gara Moozaambiik osoo imalanuu lubbuu isaanii dhabaniif gadda itti dhaga'ame…