Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Dabra Birihaan dabalatee ogeeyyiin 5 to’annoo jala oolan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) –Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Dabra Birihaan obbo Dassitaa Andaargee dabalatee ogeeyyiin 5 malaammaltummaan shakkamuun to’annoo jala oolan.…