Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad, muummee ministiraa Swiidiin waliin mari’atan Obse Wakgari Apr 24, 2020 0 Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, muummee ministiraa Swiidiin Steefan Loovaan waliin weerara vaayrasii koroonaa ittisuurratti bilbilaan…
Idil Addunyaa Afrikaatti torbee tokkotti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii %43 dabaleera Obse Wakgari Apr 24, 2020 0 Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Afrikaatti torbee tokkotti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii %43 dabaluu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksise. Yeroowwan itti aananitti…
Oduu biyya keessaa Muummee ministiraa fi preezdaantiin naannoo Oromiyaa qophii hojii biqiltuu daawwatan Obse Wakgari Apr 24, 2020 0 Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Oromiyaatti qophii hojii biqiltuu…
Oduu biyya keessaa Namoonni 25 vaayrasicharraa dandamatan Obse Wakgari Apr 24, 2020 0 Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaarraa dandamatan 25 qaqqabuu ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan beeksisan.…
Oduu biyya keessaa Sanyii filatamaa kuntaala kuma 100 ol raabsuuf hojjetamaa jira Obse Wakgari Apr 24, 2020 0 Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Koorporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Ganni osoo hin seenin sanyii filatamaa kuntaala kuma 100 ol raabsuuf hojjechaa jiraachuu beeksise. …
Oduu biyya keessaa Konkolaattoonni hataman saddeet shakkamtoota 16 waliin to’ataman Sifen Megersa Apr 23, 2020 0 Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – Konkolaattonni hataman saddeet shakkamtoota 16 waliin to'atamuu isaanii Komishiniiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise. Daayreektarri…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti ganna dhufu biqiltuu biiliyoona 3.5 dhaabuuf hojjetamaa jiraachuu himame Sifen Megersa Apr 23, 2020 0 Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatt ganna dhufu biqiltuu gosa addaa addaa biliyoona 3.5 dhaabuuf qophiin barbaachisu taasifamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya…
Oduu biyya keessaa Qajeelfamni misooma Invastimantii haaraan hojiirraa oole Sifen Megersa Apr 23, 2020 0 Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) –Sochii misooma Invastimantii caalmatti cimsuuf dambii haaraan ba’ee hojitti galamuu Komishiiniin Invastimantii Naannoo Oromiyaa beeksise. …
Oduu biyya keessaa Namtichi qajeelfama labsii yeroo ariifachiisaa darbuun gaa’ela intalaa raawwate to’atame Sifen Megersa Apr 23, 2020 0 Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaa aanaa Miidaa Oromootti namtichi qajeelfama labsii yeroo ariifachiisaa darbuun gaa’ela intala isaa raawwate to’atame.…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan,Baatii Ramadaanaa sababeefachuun… Sifen Megersa Apr 23, 2020 0 Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) –Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan, Baatii Ramadaanaa sababeefachuun hordooftoota amantaa Islaamaa maraaf ergaa baga…