Mootummaan naannoo Oromiyaa cabiinsa aadaa furuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira jedhame
Finfinnee, Ebla 30, 2017 ( FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa cabiinsa aadaa, duudhaafi safuu baroottan darban sababoota garaagaraan irra gahan furuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon Aadaafi…