Vaayrasiikoroonaa Deeggarsa biyyoolessaa ittisa Kooviid 19 Obse Wakgari Mar 26, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Deeggarsa biyyoolessaa ittisa Kooviid 19; Namni kamuu amma danda'u deeggarsa akka taasisu lakkoofsonni herreegaa kanneen banamaniiru. 1. Baankii…
Oduu biyya keessaa Tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hoggansa damee geejibaa waliin mari’atame Obse Wakgari Mar 26, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) –Tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hoggansa damee geejibaa waliin mari'atame. Ministirri Ministeera Geejibaa aadde Daagmaawiit Moogas tamsa'ina…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa naannoo Hararii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf murteewwan… Obse Wakgari Mar 26, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) –Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa naannoo Hararii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf murteewwan addaddaa dabarse. Hojjettoonni qaama…
Oduu biyya keessaa Vaayrasii koroonaa ittisuuf qajeelfamoota hojiirra oolchuurratti baay’etu nu hafa- preezdaant… Obse Wakgari Mar 26, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf qajeelfamoota hojiirra oolchuurratti baay'etu nu hafa jedhan preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen. Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa himanni namoota 39 akka adda citu murteesse Obse Wakgari Mar 26, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) –Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa himanni namoota 39 akka adda citu murteesse. Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf kaleessa Bitootessa…
Oduu biyya keessaa Baankichi deeggarsa taasise Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16,2012(FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf Waldaan Akkasiyoonii Baankii Hibratii fi Inshuraansiin Hibrat deegarsa maallaqaa taasisan. Vaayrasii koroonaa ittisuu fi…
Oduu biyya keessaa Vaayrasii koroonaa ittisuuf sagantaan galii walitti qabuu ergaa gabaabaa ifoome Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16,2012(FBC) - Vaayrasii koroonaa ittisuuf sagantaan galii walitti qabuu ergaa gabaabaa ifoome. Ityoo - Teeleekoom Vaayrasii koroonaa ittisuuf sagantaa…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni Miseensa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf… Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16,2012(FBC)- Biyyoonni Miseensa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf waliigaluu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad beeksisan.…
Oduu biyya keessaa Manni amantichaa dhaabbileen yeroof tajaajila akka dhaabaan murteesse Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16,2012(FBC)- Manni Amantaa Ortodoksii Ityoophiyaa dhaabbiileen mana amantichaa yeroof tajaajila akka dhaabaan murteessuu beeksise. Qulqulluun…
Oduu biyya keessaa Waldichi vaayrasii koroonaa ittisuuf Birrii miiliyoona 5 laate Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16,2012(FBC)- Waldaan Misooma Oromiyaa vaayrasii koroonaa ittisuuf Birrii miiliyoona 5 laate. Deeggarsichi hojii to'annoo tatamsa'ina vaayirasii koronaa…