Fayyaa Ammeentaan quucaruu %60 gara %37 hiri’achuu danda’eera Obse Wakgari Mar 5, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) - Akka biyyaatti ammeentaan quucaruu %60 gara %37 hiri’achuu danda’uun ibsame. Ministeerri Fayyaa, waajjiroolee seektara mootummaa fi dhaabbilee…
Oduu biyya keessaa Boordichi komii paartileerraa dhiyaatef, qaamoleen komiin irratti dhiyaate ibsa akka laatan waamicha… Obse Wakgari Mar 5, 2020 0 Finfinnee, Guurrandhala 26, 2012 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa komii paartilee siyaasaarraa dhiyaatef, qaamoleen komiin irratti dhiyaate ibsa akka laatan waamicha…
Biiznasii Obbo Abbee Saannoo preezdaantii Baankii Daldalaa Ityoophiyaa ta’uun muudaman Wabi Fufa Mar 5, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Obbo Abbee Saannoo preezdaantii Baankii Daldalaa Ityoophiyaa ta'uun muudaman. Obbo Abbeen Pirezdaantii baankichaa duraanii Obbo…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun Jaappaanitti Proofeesara Yuunvarsiitii Fuukowaakaa Maatisufuujii Koojii waliin… Wabi Fufa Mar 5, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw Jaappaanitti Proofeesara Yuunvarsiitii Fuukowaakaa Maatisufuujii Koojii waliin…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad baga ayyaana injifannoo Kaarraamaarratiin ittiin isin ga’e jedhan Obse Wakgari Mar 5, 2020 0 Finfinnee, Guurrandhala 26, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad baga ayyaana injifannoo Kaarraamaarraan ittiin isin ga'e jedhan. Ayyaanni injifannoo Kaarraamaarraa…
Idil Addunyaa Barreessaan oolaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii duraanii umrii waggaa 100tti boqatan Obse Wakgari Mar 5, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Barreessaan oolaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii duraanii umrii isaanii waggaa 100tti boqatan. Barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummootaa…
Oduu biyya keessaa Daayreektarri olaanaa Eejansii Nageenya Infoormeeshinii preezdaantii Intarneet Soosaayitii Idil… Wabi Fufa Mar 5, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) - Daayreektarri olaanaa Eejansii Nageenya Infoormeeshinii preezdaantii Intarneet Soosaayitii Idil Addunyaa waliin mari’atan. Daayreektarri olaanaa…
Oduu biyya keessaa Inistiitiyuutiin Baayoo Teeknooloojii Ityoophiyaa qoricha dhukkuba koleeraa lukkuu ittisu gabaadhaf… Obse Wakgari Mar 5, 2020 0 Finfinnee, Guurrandhala 26, 2012 (FBC) - Inistiitiyuutiin Baayoo Teeknooloojii Ityoophiyaa qoricha dhukkuba koleeraa lukkuu ittisuuf gargaaru hojjechuudhan gabaa Afrikaatif dhiyeesse.…
Biiznasii Torbeen baazaarii fi agrsiisa ogummaa fi teeknikaa magaalaa Finfinnee 10ffaan baname Obse Wakgari Mar 5, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Torbeen baazaarii fi agrsiisa ogummaa fi teeknikaa magaalaa Finfinnee 10ffaan baname. Torbeen baazaarii fi agrsiisa ogummaa fi…
Idil Addunyaa Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa vaayrasii koroonaa ittisuuf Doolaara biiliyoona 50 deeggarsaan laate Wabi Fufa Mar 5, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa vaayrasii koroonaa ittisuuf Doolaara biiliyoona 50 deeggarsaan laate. Dhaabbatichi biyyoota vaayrasii koroonaan…