Oduu biyya keessaa Qamadii alaa galu hanbisuuf hojjetamaa jira Wabi Fufa Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Sharafa alaa olaanaan qamadiin alaa galan hambisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministiri Ministira Qonnaa obbo Umaar Huseen…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Geejibaa FDRI raawwii fooyyee agarsiisef beekamtii argate Obse Wakgari Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Ministeerri Geejibaa FDRI raawwii fooyyee agarsiisef beekamtii argate. Ministeerichi raawwii fooyya'aa agarsiiaa jiruu fi tumsa taasiseef dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Yuunvarsiitii Samaraa fi Hoospitaala Duubtii daawwatan Obse Wakgari Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Yuunvarsiitii Samaraa fi Hoospitaala Duubtii daawwatan. Barattoota dubartoota yuunvarsiitichaa waliin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Rakkooleen Hidha Haaromsaa duraan turan furamanii hojii dansaan hojjetamaa jiraachuun ibsame Obse Wakgari Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Rakkooleen Hidha Haaromsaa duraan turan furamanii hojii dansaan hojjetamaa jiraachuun ibsame. Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti koreen dhaabbii…
Oduu biyya keessaa Jilli aadaa Ityoophiyaa qophiisaa Asmaraatti dhiyeesse Wabi Fufa Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Jilli aadaa Ityoophiyaa qophiisaa Asmaraatti dhiyeesse. Jilli aadaa Ityoophiyaa ministir deettaa Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii FDRI aadde Bizuunash…
Teeknooloojii Feesbuukiin eeruu lakkoofsa bilbilaan barbaacha hiriyyaa dhaabuufi Obse Wakgari Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Feesbuukii odeeffannoo dhuunfaa eeguuf eeruu lakkoofsa bilbilaan barbaacha hiriyyaa akka dhaabuu beeksiseera. Dhaabbatichi teessoo…
Oduu biyya keessaa Dura taa’aan Mana Maree Cee’umsaa Sudaan Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa waliin… Wabi Fufa Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) –Dura taa'aan Mana Maree Cee'umsaa Sudaan Leetanaal Janaraal Abdal Fattaah Al Buurhaan ministira Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar…
Idil Addunyaa Sudaan yakkoota naannoo Daafuritti raawwataman qorachuu eegalte Wabi Fufa Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) - Sudaan yakkoota naannoo Daafuritti raawwataman qorachuu eegaluuf akka jettu abbaan alangaa biyyatti hime. Bara bulchiinsa preezdantii duraanii Sudaan…
Idil Addunyaa Hinditti balaa ibiddaan lubbuun namoota 9 darbe Wabi Fufa Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Hinditti balaa ibiddaa gamoo mana jireenyaarratti qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbeera. Balaan kun magaalaa Delhiitti kan qaqqabe yoo ta’u, namoota…
Oduu biyya keessaa Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Afrikaa Kibbaa daawwachuufi Wabi Fufa Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Afrikaa Kibbaa daawwachuufi Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad baatii Faranjootaa Jaanuwaarii 11 - 12,2020…