Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan jalqaba baatii Guraandhala 2012 gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 23,2012 (FBC)-Yaa'iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan Guraandhala 1 fi 2 Finfinneetti ni gaggeeffama.
Yaa’ii kana hordofuuf miidiyaaleen 320 biyyoota…