Idil Addunyaa Traamp dubartoota ulfa gara Ameerikaa imalan ittisuufi Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Bulchiinsi preezdantii Ameerikaa Doonaald Traamp hojimaata dubartoonni ulfaa Ameerikaa akka hin seenne dhoorku hojiirra oolchufi. Hojimaatichi guyyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun dureewwan godina Kibba Walloo waliin mari’achaa jiru Wabi Fufa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Obbo Gadduu Andaargaachaw dureewwan godina Kibba Walloo waliin mari’achaa jiru. Ministirri Dhimma Alaa obbo Gadduu Andaargaachaw hojiiwwan misooma…
Biiznasii Baatiiwwan 6n darbanitti meeshaaleen koontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 ol to’atame Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Koomiishiniin Guumruukii Ityoophiyaa baatiiwwan 6n darbanitti meeshaaleen koontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamamu to’aachuu isaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee muudama dhiyaatef raggaasise Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee muudama dhiyaatef raggaasise. Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa qorannoo dhimmoota imaammataa 30 ifoomse Wabi Fufa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Waldaalee Daldalaa fi Dameewwanii Magaalaa Finfinnee qorannoo dhimmoota imaammataa daldalaa fi gamtaa damichaatin walqabatanirratti…
Fayyaa Deeggartoonni kubbaa miilaa dhipphina cimaaf akka saaxilaman ibsame Wabi Fufa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Deeggartoonni kubbaa miilaa dhiphina cimaaf akka saaxilaman ibsame. Qorannoon tokko akka ibsutti deeggartootni miira guddaa keessa galuun yeroo gareen…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee yaa’ii idileesaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 7ffaasaa gaggeessuu eegale. Yaa’ichi oolmaa isaa guyyaa har’aatin wixinee labsii…
Idil Addunyaa Traamp karoora nageenya giddugala bahaa Kibxata dhufu kan ifoomsan ta’uu himan Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 212 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp karoora nageenyaa giddugala bahaa Kibxata kan ifoomsan ta'uu himaniiru. Preezdaantichi karoora nageenyaa kana…
Oduu biyya keessaa Wixinee labsii misooma albuudaa irratti mari’atamaa jira Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012(FBC) -Caffeen Oromiyaa wixinee labsii misooma albuudaa irratti qooda fudhattoota waliin marii gaggeessaa jira. Caffeen Oromiyaa labsii misooma albuudaa…
Fayyaa Vaayrasii koroonaa fi mallattoolee isaa Wabi Fufa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) -Vaayrasii koroonaa fi mallattoolee isaa. Vaayrasiin koroonaa maalidha? Akka ibsa Dhaabbata Faayyaa Addunyaatti vaayrasiin koroonaa vaayirasii bifa…