Manni Maree ce’umsa Qonna Oromiyaa dhimmoota gooroo ce’umsa qonnaa adda baasuu irratti…
Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) –Manni Maree ce'umsa Qonna Oromiyaa dhimmoota gooroo ce'umsa qonnaa adda baasuu irratti shoora olaanaa taphachuu Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa…