Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Alaa Burundii Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Ministirri Dhimma Alaa Burundii Alberti Shinguroon walga’ii idilee 46ffa Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtichaarratti hirmaachuuf Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Humni addaa farra shororkeessummaa dirqama isaa ga’umsaan raawwachuu danda’u ijaarameera-L/J Shuumaa… Debela Tadesse Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Humni addaa farra shororkeessummaa homaan osoo hindaangeffamin dirqama isaa ga’umsa olaanaan raawwachuu danda’u ijaaruun akka danda'ame Ajajaan, Ajaja…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen Pireezidaanti Keeniyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Keeniyaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Baacaa Dabaleen Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’ataniiru. Ambaasaaddar Baacaan…
Ispoortii Shaampiyoonaan Ispoortii tapha Guutuu Aanaalee Godina Jimmaa 31ffaan eegalame Sifen Megersa Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaan Ispoortii tapha Guutuu Aanaalee Godina Jimmaa 31ffaan Magaalaa Jimmaatti eegalameera. Shaampiyoonan kun gosoota Ispoortii 11'n…
Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Alaa Aljeeriyaa Finfinnee galan Tsehay Guluma Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Aljeeriyaa Ahimad Attaaf Walga’ii Mana Maree Hoji Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa 46ffaarratti hirmaachuuf…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin Zoonii Diinagdee Addaa Daawwatan Tsehay Guluma Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Zoonii Diinagdee Addaa daawwataniiru. Daawwannaa isaaniin, ijaarsi…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Simannaa keessummoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaa eegalame Debela Tadesse Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Sagantaan Simannaa keesummoota Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaa fi Walga’ii 46ffaa Hoji Raawwachiiftuu Gamtichaa, Walitti Qabduu Koree Biyyaalessaa fi…
Oduu biyya keessaa Riifoormiin diinagdee Gooroo rakkoolee ijoo diinagdee furuu ibsame Tsehay Guluma Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Riifoormiin Diinagdee Gooroo Mootummaan hojiirra oolche rakkoolee ijoo diinagdee biyyattii furuu Ministeerri Maallaqaa beeksise. Gamaaggamni raawwii…
Idil Addunyaa Waraanni akka dhaabatu barbaanna – Pireezidaanti Puutiin Sifen Megersa Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi gita isaanii Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin waliin akkaataa waraana Raashiyaa – Yuukreen dhaabuun…
Oduu biyya keessaa Yaa’ichi milkaa’inaan akka xumuramuuf qophii gahaan taasifamuu Humni Waloo beeksise Debela Tadesse Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Yaa’ii 38ffaan Gamtaa Afrikaa fi Walga’ii 46ffaan Mana Maree Hoji Raawwachiistuu gamtichaa milkaa’inaan akka xumuramuuf Humni Waloo Nageenyaa fi…