Kutaa magaalaa Galaan Guddaatti giddugalli gabaa hirmaannaa uummataan Birrii miiliyoona 79 oliin…
Finfinnee, Ebla 9, 2017(FMC)- Buchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Galaan Guddaatti giddugallii gabaa ammayyaa hirmaannaa uummataa Birrii miliyoona 79 fi kuma 200 oliin ijaarame…