Afaan qawweetiin osoo hin taane afaaniin dubbannee olaantummaa yaadaan wal mo’uu aadeeffachuu qabna
Finfinnee, Bitootessa 19, 2018(FMC) –Korri nageenyaa guddaa kan fedhii ummata Oromoo bu’urreefatee fi Qeerroo guutuu Oromiyaa hirmaachise mata duree “Wal-ajjeechaan Obboleewwanii haa…