Oduu biyya keessaa Godinichatti facaasaan Qamadii jallisii Bonee eegale Sifen Megersa Nov 11, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) – Godina Arsii Lixaatti lafa hektaara kuma 100 fi kuma 47 ol irratti jallisii bonaan Qamadii misoomsuuf facaasaan eegaleera. Godinichatti lafa hektaara…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Godina Shawaa Kaabaatti warshaalee garaagaraa daawwatan Tsehay Guluma Nov 11, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaatti Paarkii qindeessa Qonnaa, Warshaa Seeraamikii fi Warshaa…
Teeknooloojii Kenna Tajaajila Dhaabbiilee Fooyyeessuuf wiirtuu tajaajila iddoo tokkoo mijeessineerra – obbo… Sifen Megersa Nov 11, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) – Wirtuun kenna tajaajila iddoo tokkoo Mesoob Naannoo Harariitti hojjetame tajaajila jalqabuu,Pireezidaantiin Naannoo Hararii obbo Ordiin Badrii ibsan.…
Oduu biyya keessaa Lammii dorgomaa ta’e horachuuf barnoota qulqullina qabu kennuun barbaachisaadha – Piroofeesar… Sifen Megersa Nov 11, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) – Lammii ga’umsa qabuu fi dorgomaa ta’e horachuuf barnoota qulqullina qabu kennuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabaaf sablammootaa waliigaltee biyyaalessaa uumuuf gumaacha olaanaa qaba – Obbo Aganyaw… Sifen Megersa Nov 11, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) – Guyyaan Sabaaf sablammootaa waliigaltee biyyaalessaa uumuu keessatti gumaacha olaanaa qaba jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyaw…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti bara kana Piroojektonni jallisii 198 ijaaramaa jiru- BKO Tsehay Guluma Nov 11, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti bara 2018 piroojektonni jallisii 198 hojjetamaa jiru jedhe Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa. Jijjiiramaan booda mootummaan tarsiimoo…
Oduu biyya keessaa Fooraamiin Magaaloota Itiyoophiyaa 10ffaan Samaraa Loogiyaatti gaggeeffama Tsehay Guluma Nov 11, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC)- Fooraamiin Magaaloota Itiyoophiyaa 10ffaan Sadaasa 6- 10, 2018 Naannoo Afaar Magaalaa Samaraa Loogiyaatti gaggeeffamuuf qophiin xumurame jedhe Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Guyyaa hundeeffama Humna Qilleensaa waggaa 90ffaan sababeeffachuun Sadaasa 21 fiigichi kiiloomeetira… Tsehay Guluma Nov 11, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC)- Guyyaan hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaa 90ffaan sababeeffachuun Sadaasa 21 fiigichi kiiloomeetira 10 Magaalaa Bishooftuutti ni gaggeeffama.…
Fayyaa Zoonii Dinagdee Walabaa Qilinxoo akka giddugala oomisha qorichaa cimaatti… Yonatan Birhanu Nov 11, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) - Misoomsitoonni damee qorichaa irratti bobba'an qabeenya isaanii giddugalichatti misoomaaf akka oolchaniif qophiin barbaachisu xumurame jedhe Zooniin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan bakka Pirezidaantii Itti aanaa Ispoortii Aadaa Afrikaa argachuun ishee kan… Ayana Dheressa Nov 10, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan bakka Pirezidaantii Itti aanaa Ispoortii Aadaa Afrikaa argachuun ishee kan jajjabeeffamudha jedhan Ministirri Ministeera Aadaafi Ispoortii…