Arsenaal tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaaf darbe
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Arsenaal Riyaal Maadriid injifachuun waggoota 15 booda tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaaf darbe.
Arsenaal dhaqaa gala galchii 5 fi 1n…