Rakkoolee dandamachuuf inisheetiiviiwwan eegalaman bu’aa argamsiisaa jiru- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Ilaalcha gargaaramtummaa dhabamsiisuun rakkoolee dandeettii ofiin dandamachuuf inisheetiiviiwwaniifi hojiileen riifoormii biyyaalessaa bu’aa argamsiisaa…