Oduu biyya keessaa Torbee dhukkubbii Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Soomana guddicha Ayyaana Hiikaa keessa torbeen dhumaa torbee dhukkubbii jedhama. Torbeen dhukkubbii torbee gidiraa waggaa kuma 5 fi 500’f Addaamii fi…
Idil Addunyaa Walga’ii ariifachiisaan Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa taa’amuu eegale Ayana Dheressa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Walga’ii ariifachiisaan Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa 24ffaan taa’amuu eegaleera. Walga’icharratti Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Dhaabbanni Nyaataa Addunyaa qonnaarratti tumsa isaanii cimsuuf waliigalan Ayana Dheressa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaafi Dhaabbanni Nyaataa Addunyaa qonnaafi dhimmoota nyaataa irratti tumsa isaanii cimsuuf waliigalan. Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa…
Biiznasii Baatiiwwan 8 darban al-ergii bunaarraa galii Doolaarri biiliyoonni 1 fi miiliyoonni 200 argame Ayana Dheressa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Baatiiwwan 8 darban buna toonii kuma 200 fi kuma 57 gabaa alaaf dhiyeessuun galiin Doolaarri biiliyoonni 1 fi miiliyoonni 200 argamuu ibsame. Bara kana…
Ispoortii Taphoonni deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Taphoonni deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun kan taphataman yoo ta’u, Boorushiyaa Doortimand Baarseloonaa, Astoon Viilaan…
Ispoortii Guyyaan Ispoortiin misoomaa fi nageenyaa biyyaalessaa magaalaa Dambi Doollootti kabajamaa jira Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Guyyaan Ispoortiin misoomaa fi nageenyaa 5ffaan sadarkaa biyyaalessaatti naannoo Oromiyaa magaalaa Dambi Doollootti kabajamaa jira. Ispoortiin misoomaa fi…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Veetinaam daawwataa jiru Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Veetinaam Hanooyitti daawwannaa hojii taasisaa jiru. Warshaa oomisha…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Beelaaruus tumsa Loltummaa isaanii Cimsuuf mari’atan Tsehay Guluma Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injiinar Ayishaa Mahaammad Ministira Dhimma Alaa Beeraaruus Maaksiim Riizheenkoov waliin mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Manneen Barnootaa Barattoota qormaata Kutaa 12ffaa hin dabarsine 700 ga’oomsuuf hojjetamaa… Tsehay Guluma Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Manneen Barnootaa Barattoota qormaata biyyaalessaa Kutaa 12ffaa hin dabarsine 700 ga’oomsuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa…
Oduu biyya keessaa Fooyyeessi Diinagdee Gooroo Daldala alaaf shoora olaanaa gumaachaa jira-Dooktar Kaasahuun Goofee Tsehay Guluma Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) –Hojirra oolmaan riifoormii diinagdee gooroo baatiiwwan saglan darbanii daldala alaaf gumaacha taasisuu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…