Ispoortii Baankiin Daldala Itiyoophiyaa Qidduus Giyoorgis injifate Sifen Megersa Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 25ffaa har’a taphatameen Baankiin Daldala Itiyoophiyaa galchii 1 fi 0n Qidduus Giyoorgis injifateera.…
Oduu biyya keessaa Hojiileen dippiloomaasii faayidaa biyyaaleessa kabachiisan hojjetamaniiru – Dooktar Geediyoon… Sifen Megersa Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Baatiwwan salgan darban keessa hojiileen dippiloomaasii faayidaa biyyaaleessaa Itiyoophiyaa kabachiisan bu’aa qabeeyyiin hojjetamuu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Galmoota Badhaadhinaa milkeessuuf dhaabbileen cimanii hojjechuu qabu- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Galmoota Badhaadhinaafi karoorawwan waggaa milkeessuuf dhaabbileen cimanii hojjechuu akka qaban Ministira Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Biraaziil tumsa damee nageenyaan qaban cimsuuf mari’atan Ayana Dheressa Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaafi Biraaziil tumsa damee nageenyaan qaban cimsuuf mari’ataniiru. Biraaziilitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Li’uulsaggad Taaddasaan Ministira…
Oduu biyya keessaa Seenessi waloo duudhaa obbolummaa sabdaneessaa irratti hundaa’e ijaarameera- Obbo Haayiluu… Tsehay Guluma Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Hojii gama kominikeeshiiniin hojjetameen seenessi waloo duudhaa obbolummaa sabdaneessaa irratti hundaa'e ijaarameera jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa badhaafame Tsehay Guluma Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balaallii filatamaa Afrikaarraa dhiyeessi nyaataafi tajaajila xiyyaara ‘Air bus A350-1000’ dursee hojiitti galche jedhamuun…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen Ministira Dhimma Alaa Jibuutii waliin mari’atan Ayana Dheressa Apr 13, 2025 0 Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen Ministira Ministeera Dhimma Alaa Jibuutii Abdulqaadir Huseen Oomaar waliin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Aljeeriyaan dameewwan tumsaa garaagaraa irratti waliigaltee waliif mallatteessan Ayana Dheressa Apr 13, 2025 0 Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaafi Aljeeriyaan dameewwan tumsaa hariiroo dippiloomaasii isaanii cimsuu dandeessisan irratti waliigaltee waliif mallatteessan. Walga’iin Waloo…
Ispoortii Liverpuul 2 – 1 Weest Haam Ayana Dheressa Apr 13, 2025 0 Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaa har'a waaree booda taphatameen Liiverpuul galchii 2 fi 1n Weest Haam injifachuun imala gara Waancaa cimsate.…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 3 fi 367 Sa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Apr 13, 2025 0 Finfinnee, Ebla 5, 2017(FMC)- Lammiileen kumni 3 fi 367 Sa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa beeksise.…