Naannoo Gaambeellaatti talaalliin ittisa Koleeraa kennamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) –Naannoo Gaambeellaatti talaalliin ittisa dhibee Koleeraa kennamuu eegaleera.
Talaallichaan kutaalee hawaasaa kuma 900 fi kuma 90 ol waliin gahuuf…