Oduu biyya keessaa Qophii Qonna Arfaasaa… Tsehay Guluma Mar 25, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2018 (FMC)- Qonna Arfaasaa bara kanaan lafa heektaara miiliyoona 1 fi kuma 900 misoomsuuf karoorfameera jedhe Biiroon Qonnaa Oromiyaa. Mootummaan damee qonnaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneen jireenya magaalummaa Afrikaa ammayyeessuu keessatti ashaaraa kaa’aa jirti- Kantiibaa… Ayana Dheressa Mar 25, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2018 (FMC)- Finfinneen jireenya magaalummaa Afrikaa ammayyeessuu keessatti ashaaraa kaa’aa jirti jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Idil Addunyaa Pirezidaanti Doonaaldi Tiraampi waraanicha dhaabuuf yaada dhiyeessanis Iraan mariin hin jiru jette Ayana Dheressa Mar 25, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2018(FMC)- Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi waraana Ameerikaa-Israa’el fi Iraan dhaabuuf yaada ka’umsaa qabxiilee 15 of keessaa qabu dhiyeessanis Iraan…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Goondar qofa osoo hin taane baadiyyaa isheefis Misooma Kooriidariin boqonnaan haaraan… Ayana Dheressa Mar 25, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2018(FMC)- Magaalaa Goondar qofa osoo hin taane baadiyyaa isheefis Misooma Kooriidariin boqonnaan seenaafi ammayyummaa haaraan banameera jedhan Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi misooma koriidarii dinagdee si’eesse – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Mar 24, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2018 (FMC) – Haalli ijaarsi misooma koriidarii itti raawwate dinagdee si’eesseera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Misoomni koriidarii magaalota ammayyeessurra darbee faayidaa diinagdee olaanaa argamsiisaa jira –… Yonatan Birhanu Mar 24, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2018 (FMC) – Misoomni koriidarii magaalota ammayyeessurra darbee faayidaa diinagdee olaanaa argamsiisaa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Addunyaarratti bu’uuraaleen misoomaa gidduseentummaa mootummaan ala milkaa’e hin jiru – Dooktar Abiy… Sifen Megersa Mar 24, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2018 (FMC) – Addunyaarratti bu’uuraaleen misoomaa daran murteessoon gidduseentummaa mootummaan ala milkaa’e hin jiru jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Misoomni koriidarii magaalota ammayyeessurra darbee faayidaa diinagdee olaanaa argamsiisaa jira –… Sifen Megersa Mar 24, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2018 (FMC) – Misoomni koriidarii magaalota ammayyeessurra darbee faayidaa diinagdee olaanaa argamsiisaa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Piroojektoonni misooma koriidarii galmoota dachaa qabu – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Mar 24, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2018 (FMC) – Piroojektoonni misooma koriidarii galmoota dachaa qabu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Filannoon Waliigalaa 7ffaan bilisaa, haqa-qabeessaa fi dimokiraatawaa akka ta’uuf… Sifen Megersa Mar 24, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2018(FMC) – Filannoon Waliigalaa 7ffaan bilisaa, haqa-qabeessa, dimokiraatawaa fi naga-qabeessaa akka ta'uuf Dhaabbileen siyaasaa gahee isaanii bahachuu qabu jedhe…