Oduu biyya keessaa Buufanni Xiyyaaraa Yaaballoo eebbisiifame Ayana Dheressa Aug 31, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2017(FMC) – Buufanni Xiyyaaraa Yaaballoo bakka Ministira Muummee Itti aanaa obbo Tamsageen Xurunaafi hoggantoonni mootummaa olaanoon argamanitti eebbisiifameera.…
Oduu biyya keessaa Filannoon Mana Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Aug 31, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2017(FMC)- Filannoon miseensota Hojii Raawwachiistuu, Oodiitii fi Inispeekshinii Mana Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Dooniiwwan keenya ambaasaaddaroota ta’uun Itiyoophiyaa beeksisaa jiru- Dooktar Bariisoo Amaloo Ayana Dheressa Aug 31, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2017(FMC)- Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Geejjiba Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa Dooktar Bariisoo Amaloon dooniiwwan keenya ambaasaaddara ta’uun Itiyoophiyaa…
Ispoortii Har’a morkiin Liiverpuulii fi Arsenaal gidduutti gaggeeffamu ni eegama Sifen Megersa Aug 31, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2017 (FMC) –Tapha guddaa torbee 3ffaa Piriimeer Liigii Ingiliiz kan jedhame morkiin har'a Liiverpuulii fi Arsenaal gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannoo argateera.…
Ispoortii Gaarnaachoon Cheelsiitti makame Sifen Megersa Aug 30, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC) –Cheelsiin Lammii Arjentiinaa jifataa sarara cinaa Maanchiister Yuunaayitiid Aleehandiroo Gaarnaachoo mallatteessifachuu ifoomse. Gaarnaachoon Paawundii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanoonni barootaaf waliigaluu dhabuu hordofee quxusuuwwan keenyaa gaditaane –… Sifen Megersa Aug 30, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC) –Itiyoophiyaanoonni barootaaf waliigaluu dhabuu hordofee quxusuuwwan keenyaa gaditaanerra jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Maree Biyyaalessaa…
Ispoortii Maanchiister Yuunaayitiid morkataa isaa yoo injifatu, Tootenhaam injifatame Sifen Megersa Aug 30, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 3ffaa har'a taphatameen Maanchiister Yuunaayitiid morkataa isaa yoo injifatu, Tootenhaam ammoo injifatame.…
Oduu biyya keessaa Kitaabni Sodaa fi Abdii Itiyoophiyaa fi Keeniyaa jedhu eebbifame Sifen Megersa Aug 30, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC) –Dooktar Ambaasaaddar Mallas Alemiin kan barreeffame Kitaabni Sodaa fi Abdii Itiyoophiyaa fi Keeniyaa jedhu eebbifame. Kitaabichi gahee hayyootaa, sirna…
Ispoortii Cheelsii 2 – 0 Fuulhaam Sifen Megersa Aug 30, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 3ffaan Cheelsiin Fuulhaam injifate. Cheelsiin galchii 2 fi 0n Fuulhaam injifachuun sadarkaa isaa gara 1ffaatti…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni ‘colourful event organizer’ jedhamu namoota biyyaaf oolmaa guddaa oolaniif… Sifen Megersa Aug 30, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC) –Dhaabbanni 'colourful event organizer' jedhamu namoota biyyaaf oolmaa guddaa oolaniif mata duree 'kabajni kan maluuf kabaja haa kenninu' jedhuun beekamtii…