Warshaa xaa’oo Itiyoophiyaa qulqullinaafi ariitiin ijaaruuf kutannoon ni hojjetama- Aliikoo…
Finfinnee, Hagayya 22, 2017(FMC)- Warshaa waggaatti xaa’oo hanga meetirik toonii miiliyoona sadii oomishu qulqullinaafi ariitiin ijaaruuf kutannoon ni hojjetama jedhan Hundeessaafi Hojii…