Oduu biyya keessaa Godina Geediyootti Sigiga lafaan lubbuun namoota 9 darbe Tsehay Guluma Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC) –Godina Geediyoo Aanaa Reephitti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 9 darbe. Balichi halkan edaa Sa’aatii 5tti kan mudate ta’uu Qajeelchi…
Teeknooloojii Neevaadaatti Sababa haleellaa saayibariin waajjiraaleen mootummaa tajaajila addaan kutan Tsehay Guluma Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC) – Ameerikaa kutaa bulchiinsa Neevaadaatti sababa haleellaa saayibariitiin waajjiraaleen mootummaa fi marsariitiiwwan tajaajila addaan kutan. Bulchaan…
Idil Addunyaa Kooriyaan Kibbaa barattoonni manneen barnootaa keessatti bilbila akka hinqabanne dhorkite Tsehay Guluma Aug 27, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC) – Kooriyaan Kibbaa barattoonni barnootarra utuu jiranii bilbila akka hinfayyadamne seera dhorku raggaasisteetti. Seerri kun bara faranjootaa 2026…
Oduu biyya keessaa Walitti hidhamiinsa Afrikaa dhugoomsuuf miidiyaaleen ga’ee guddaa qabu – Dooktar Laggasaa Tulluu Tsehay Guluma Aug 27, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC)- Walitti hidhamiinsa Afrikaa dhugoomsuuf miidiyaa fi kominikeeshiniin ga’ee guddaa qaba jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Dhaloonni xiiqii misoomaa barootaaf irra jiru Hidha Haaromsaa Guddichaan guuttachuu danda’eera –… Tsehay Guluma Aug 27, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC) – Dhaloonni humna ofii fi irree isaa jabaan xiiqii misoomaa barootaaf qabu Hidha Guddicha Haaromsaan milkeeffachhu danda’eera jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hoggantoota Garee Ittisa yakkaa qabeenya seeraan ala argame seera qabeessa fakkeessuun… Tsehay Guluma Aug 27, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC)- Yaa’iin Hoggantoota Garee Ittisa yakkaa Bahaa fi Kibba Afrikaa qabeenya yookan maallaqa seeraan ala argame seera qabeessa fakkeessuun dhiyeessuurratti…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin15ffaa Waldaa Kominikeeshinii Baha Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Aug 27, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC)- Yaa’iin 15ffaa waggaa Waldaa Kominikeeshinii Baha Afrikaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa’ichi mata duree “Miidiyaa fi Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Kolombiyaan Finfinneetti Embaasii bante Tsehay Guluma Aug 27, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC)- Kolombiyaan Embaasii ishee Itiyoophiyaa magaalaa Finfinneetti bante. Pireezidaantii itti aantuun Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkeez Itiyoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Walargii hanga Nyaachisaatti ayyaana Gaammee Guguddaa Gaayootti Ayana Dheressa Aug 26, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2017 (FMC) - Sirna Gadaa Oromoo, bu'uura aadaa, dudhaa fi bulchiinsa uummata Oromoo keessatti ilmi Oromoo kamuu sadarkaalee guddinaa keessa darbu qaba. Akkaataa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hariiroo Siwiizarlaandi fi Maaltaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti- Pireezidaanti… Ayana Dheressa Aug 26, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2017(FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaan hariiroo daldalaafi invastimantii Siwiizarlaandi fi Maaltaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti…