Dhaloonni ammaa yaada furmaataarra gahuuf qophii ta’uu qaba- Piroofeesar Masfin Ara’aayaa
Finfinnee, Hagayya 18, 2017(FMC)- Dhaloonni ammaa mari’achuufi yaada furmaataarra gahuuf qophii ta’uu qaba jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Piroofeesar…