Godina Jimmaatti oomishtummaan Habaabii baramaa fi dabalaa dhufeera
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) – Qonnaan bultoonni Godina Jimmaa aanaa Shabee Somboo oomisha habaabii sassaabaa jiru.
Godinichatti misoomni habaabii waggaa 2n dura kan eegale yoo…