Oduu biyya keessaa Inistitiiyuutichi Sanyiiwwan 24 ol qorannoon baase Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Inistitiiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa bara 2017 sanyiiwwan miidhaanii gosa adda addaa 24 qorachuun baaseera jedha. Inistitiiyuutichi oomishaa fi…
Teeknooloojii Teeknooloojiin tajaajila waraqaarraa bilisaa kennuuf dandeesisu eebbifame Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii, teeknooloojii tajaajila waraqaarraa bilisaa kennuuf dandeesisuu guyyaa har’aa eebbisiseera. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwatan Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin,…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyya sabdaneettii duudhaa mandhalee qabdudha- Obbo Hayiluu Addunyaa Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan biyya sirnoota siyaasaa garaagaraan ijaaramaa dhufte, biyya sabdaneettii duudhaa mandhalee rakkoolee nageenyaa furuu danda'an qabdudha jedhan…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti qonna Arfaasaarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 1 fi kumni 200 argame Ayana Dheressa Aug 14, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2017(FMC) - Godina Booranaatti hanga ammaatti oomisha qonna Arfaasaa sassaabamerraa callaa kuntaalli miiliyoonni 1 fi kumni 200 argameera jedhe Waajjirri Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Mallattoo birmadummaa kan ta’e Hidha Guddicha Haaromsaa garaagarummaa tokko malee deeggaruu qabna-… Ayana Dheressa Aug 14, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2017 (FMC)- Mallattoo birmadummaafi guddinaa kan ta’eef Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaanonni hundi garaagarummaa tokko malee deeggarsa isaanii cimsanii akka itti…
Oduu biyya keessaa Fillannoon Majliisa biyyaalessaa boru eegala Tsehay Guluma Aug 14, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2017 (FMC)- Filannoon Majliisa Biyyaalessaa boru eegala jedhe Boordiin Raawwachiistuu Filannoo Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa. Walitti Qaban Boordii…
Fayyaa Ministeerri Fayyaa meeshaalee fayyaa Birrii biiliyoona 4 ol naannoleefi bulchiinsota magaalaa… Ayana Dheressa Aug 14, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2017(FMC)- Ministeerri Fayyaa meeshaalee fayyaa Birrii biiliyoona 4 olitti tilmaamaman naannoleefi bulchiinsota magaalaa deeggare. Ministirri Ministeera Fayyaa…
Ispoortii Firaankoo Maastaantuunoon Riyaal Maadiriidiif mallatteesse Ayana Dheressa Aug 14, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2017(FMC)- Riyaal Maadiriid Firaankoo Maastaantuunoo Riivar Pileet irraa mallatteessisuu ifoomse. Kilabichi taphatichaaf Yuuroo miiliyoona 45 baasii taasiseera.…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaroomsaa Piroojektii Afrikaan ittin boontudha- Dooktar Injiinar Haabtaamuu Ittafaa Ayana Dheressa Aug 14, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2017 (FMC)- Hidhi Guddichi Haaroomsaa Itiyoophiyaa dandeettii mootummaa akkasumas hirmaannaa Itiyoophiyaanoota biyya keessaa fi alaa jiraataniin kan ijaarame…