Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Mosxafee Mahaammad Samaraa galan Sifen Megersa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Mosxafee Mahaammad magaalaa Samaraa galaniiru. Sagantaan Afxiraa ummata obboleeyyan Afaarii fi Somaalee…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa boru Walga’ii idilee 20ffaa ni taa’a Sifen Megersa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa boru Walga'ii idilee 20ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa ni taa'a. Walga'ii gaggeessuun wixinee labsii Hoggansa…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Itti Aantuu UNICEF Kiitii Vaan Daar Haayjiidan waliin… Ayana Dheressa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Itti Aantuu Dhaabbata Gargaarsa Daa’immanii Mootummoota Gamtoomanii Kiitii Vaan…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa Xiyyaara Biiznasii jalqabaa gara biyya keessaa galche Sifen Megersa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara Biiznasii jalqabaa Booyingi 737 – 800 jedhamu gara biyya keessaa galchuu beeksiseera. Maamiltoota tajaajila…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Jibuutiin haala godaansa seeraan alaa hir’isuun danda’amurratti mari’atan Ayana Dheressa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Jibuutiitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen Ministira Dhimma Biyya Keessaa Jibuutii Sa’iid Nooh Hasan waliin…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiraa Dooktar Abiy Ahimad qopheessan kabaja Itiyoophiyaan Godaantootaaf qabdu kan… Tsehay Guluma Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Sagantaan Afxiraa Ministrri Mummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad nuuf qopheessan kabaja Itiyoophiyaan godaantootaaf qabdu kan agarsiiseedha jedhan…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Olaanoon Raayyaa Ittisaa Taanzaaniyaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwatan Sifen Megersa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Hoggantoonni Olaanoon Raayyaa Ittisaa Taanzaaniyaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Itiyoophiyaa daawwataniiru. Giddugala misooma kalaqaa dabalatee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan nageenya naannawaa mirkaneessuuf hojiilee damee hedduu hojjechaa jirti jedhame Ayana Dheressa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan nageenya naannawaa mirkaneessuufi misooma tumsa irratti hundaa’e guddisuuf damee hedduun hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan bu’uuraalee misoomaa qindoomina diinagdee Afrikaa saffisiisan diriirsaa jirti-… Ayana Dheressa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan bu’uuraalee misoomaa qindoomina diinagdee Afrikaa saffisiisan diriirsuu irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Pireezidaantiin FDRI…
Oduu biyya keessaa Insheetiivii Misooma Avokaadoon milkaa’inni jajjabeessan argame – BQO Tsehay Guluma Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti Inisheetiivii Misooma Avokaadoon milkaa’inni jajjabbeessan argamuu Biiroon Qonnaa Naannichaa ibseera. Mootummaan Naannoo Oromiyaa…