Oromiyaatti Xaa’oo kuntaala miiliyoona 10 ol qonnaan bulaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuun…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti xaa’oo Kuntaala miiliyoona 10 ol qonnaan bulaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ejensiin Babal'ina Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa…