Ispoortii Oonaanaan tapha har’a taphatamuun ala ta’e Ayana Dheressa Apr 13, 2025 0 Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) – Andiree Oonaanaan tapha har’a galgala Niwukaasil Yuunaayitid, Maanchistar Yuunaayitidiin sa’aatii 12:30 keessumeessuun ala ta’e. Tapha Liigii Awurooppaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan damee loojistiksiin hojiilee filatamtuu ishee taasisan hojjechaa jirti jedhame Ayana Dheressa Apr 13, 2025 0 Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan damee loojistiksiin hojiilee filatamtuu ishee taasisan hojjechaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii ibse. Waggoottan jahan darban…
Ispoortii Arsenaal 1 – 1 Bireentifoord Sifen Megersa Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandiin halkan kana taphatameen Arsenaal Bireentifoordi waliin qabxii qoodateera. Taphoota biroo waaree booda taphatamaniin…
Ispoortii Shaggar magaalaa giddugala tuurizimii Ispoortii hunda galeessa taate taasiisuuf xiyyeeffannoon… Sifen Megersa Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Wal-dorgommiin shaampiyoonaa ispoortii marsaa 2ffaa tapha guutuu magaalaa Shaggar har'a Istaadiyeemii kutaa Magaalaa Sabbataatti eegalameera. Shaggar…
Oduu biyya keessaa Raawwiin galmaa’e karoorri guddina diinagdee % 8.4 galmeessuuf qabame milkaa’uu akka… Sifen Megersa Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Raawwiin baatiwwan salgan darban dameewwan diinagdee gooroon galmaa'e karoorri guddina diinagdee % 8.4 galmeessuuf qabame milkaa'uu akka danda'u agarsiiftuu…
Oduu biyya keessaa Reeshoon Liqaan Alaa GDP waliin qabu gara % 13.7tti gadi bu’uu ibsame Sifen Megersa Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Fooyyessi Imaammata Sharafa alaa hojiirra ooluun sharafni alaa galu akka dabalu taasisuun kuufamni sharafa alaa akka guddatu dandeessisuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Ministirri Alaa Aljeeriyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Aljeeriyaa Ahimad Attaaf Finfinnee galaniiru. Ministirichi walga'ii Komishinii Waloo Ministirootaa Itiyoophiyaa fi…
Ispoortii Taphoota Piriimiyeer Liigii Oromiyaan Galaan Leeqaa yoo inifatu, Ginciin Muka Xurii waliin qixa bahe Sifen Megersa Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimiyeer Liigii Oromiyaan Torbee 13ffaan Galaan Leeqaa yoo inifatu, Ginciin Muka Xurii waliin qixa baheera. Tapha har'a waaree dura sa'aa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantoonni Giiftiiwwan Duree Afrikaa Yaadannoo Inijifannoo Adwaa daawwatan Sifen Megersa Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Pireezidaantii fi Pireezidaantii Itti Aantuun Giiftiiwwan duree Afrikaa Yaadannoo Inijifannoo Adwaa daawwataniiru. Pireezidaantiin Giiftiiwwan duree…
Oduu biyya keessaa Dhamaatii fi carraaqiin baatiwwan salgan darbanii bu’aa galmeessera – Dooktar Abiy… Sifen Megersa Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Dhamaatii fi carraaqiin baatiwwan salgan darbanii bu'aa galmeessuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Bu'aa argameen osoo of hin dagatin…