Oduu biyya keessaa Komishinichi Ajandaa Naannoo Amaaraa fudhate Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa Ajandaa Naannoo Amaaraa fudhateera. Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu Naannoo Amaaraa Magaalaa Baahir Daaritti…
Oduu biyya keessaa Barruuleen Daa’immanii ‘ Naa’otaa ‘ jedhamu eebbifame Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Barruulee daa'immanii 'Naa'otaa' jedhamu Dhaabbata Pireesii Itiyoophiyaatiin qophaa'e Magaalaa Adaamaatti eebbifameera. Barruulen kunneen Bakka…
Oduu biyya keessaa Raawwii karooraa hojii Baatiiwwan saglan darbanii gamaaggamuu eegaleerra- Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Raawwii karooraa hojii baatiiwwan saglan darbanii dameelee garaagaraa gamaaggamuu eegaleerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar…
Biiznasii Shaggaritti agarsiisni Baazaariifi Egzihibiishinii Oomishaalee Qonnaa, beelladaafi bu’aa… Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) –Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti agarsiisni Baazaariifi Egzihibiishinii Oomishaalee Qonnaa, beelladaafi bu'aa beelladaa banameera. Kutaa magaalaa Sulultaa,…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Arsii Barattootaa ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 404 eebbisise Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) –Yuunivarsiitiin Arsii Barattoota Ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 404 eebbisiseera. Yuunivarsitichi baratoota digirii jalqabaa fi lammaffaan ogummaa…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan har’aa eegaluun taphatamu Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan taphni Maanchiister Siitiin - Kiristaal Paalaas, Niwuukaasiil - Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessan…
Oduu biyya keessaa Manneen Maree Ummataa cimsuun, diimokiraasii dagaagsuun bulchiinsa gaarii mirkaneessuu keessatti… Sifen Megersa Apr 11, 2025 0 Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) –Manneen Maree Ummataa cimsuun, diimokiraasii dagaagsuun bulchiinsa gaarii mirkaneessuu keessatti gahee olaanaa qabaachuu Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa aadde…
Oduu biyya keessaa Leenjiin hoggantootaafi ogeeyyii kominikeeshiniifi hariiroo uummataaf kennamaa ture xumurame Ayana Dheressa Apr 11, 2025 0 Finfinnee, Ebla 3, 2017(FMC)- Leenjiin ijaarsa dandeettii qindeessummaa Damee Hariiroo Uummataa fi Idil-aadunyaa Paartii Badhaadhinaan hoggantootaafi ogeeyyii kominikeeshiniifi hariiroo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan rakkoolee naannawaa furuuf tumsaan hojjechuu akka itti fuftu ibste Ayana Dheressa Apr 11, 2025 0 Finfinnee, Ebla 3, 2017(FMC)- Itiyoophiyaan rakkoolee naannawaa furuuf Gamtaa Awurooppaa dabalatee qaamolee qooda fudhattootaa waliin tumsaan hojjechuu akka itti fuftu ibste. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Galiin waggaa Geejjiba Galaanaafi Loojistiksii Birrii biiliyoona 48 gahe Ayana Dheressa Apr 11, 2025 0 Finfinnee, Ebla 3, 2017(FMC)- Hojiilee fooyya’iinsaa waggoottan jijjiiramaa hojjetamaniin galiin waggaa Geejjiba Galaanaafi Loojistiksii Birrii biiliyoona 17 irraa Birrii biiliyoona 48 gahuu…