Oduu biyya keessaa Shaggaritti Duulli Biqiltuu Dhaabuu Gaggeeffamaa Jira Debela Tadesse Aug 23, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaalee Magaalaatti hundatti kutaaleen hawaasaa garaagaraa guyyaa har'aa akka biyyaatti duula biqiltuu miiliyoona 600…
Oduu biyya keessaa Guutuu biyyattiitti kutaaleen hawaasaa garagaraa biqiltuu dhaabuuf duulaa jiru-TKM Debela Tadesse Aug 23, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Guutuu biyyattiitti kutaaleen hawaasaa garaagaraa naannawaa biqiltuu dhaabamutti Ashaaraa isaanii kaa’uuf duulaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Ashandiyyee, Shaaday, Ashandaa fi Soolal kenna Ajaa’iba baatii Hagayyatti -Obbo Tamasgeen Xirunaan Tsehay Guluma Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)- Ashandiyyee, Shaaday, Ashandaa fi Soolal kenna Ajaa’iba baatii Hagayya kaabaa Itiyoophiyaa miidhaksan ta’uu Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan jila Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Cheey Haayiin durfamu waliin mari’ataniiru.…
Idil Addunyaa Daayimadiin guddinaan Addunyaarraa 2ffaan argame Debela Tadesse Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)- Daayimadiin guddinaan Addunyaarraa 2ffaa ta’e Bootsiwaanaatti argamuun dhaga’ame. Daayimandiin addunyaarraa guddinaan 1ffaa ta’e bara 1905 Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Huurrii mudateen Xiyyaaronni buufata filmaataa biroo akka qubatan taasifamuu daandichi beeksise Debela Tadesse Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)- Haala qilleensa ‘Huurrii cimaa’ mudateen xiyyaaronni gara Buufataa Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti imalaa turan buufata filmaataa biraa akka qubatan…
Biiznasii Aliibaabaa’n Itiyoophiyaatti hojii eegaluufi Debela Tadesse Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)-Dhaabbanni daldala elektirooniksii Chaayinaa Gareen Aliibaabaa Itiyoophiyaatti hojii eegaluuf ta’uun ibsame. Gareen Aliibaabaa, Daandii Qilleensa…
Oduu biyya keessaa Adeemsa Guddina biyyaaf hojiiraa Oolmaan Cee’umsa Dijitaalaa murteessaa ta’uun ibsame Tsehay Guluma Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FBC )- Adeemsa guddina biyyaaf hojiiraa oolmaan Cee’umsa Dijitaalaa murteessaadha jedhan Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xirunaan. Manni Maree…
Ispoortii Itiyoophiyaan Paaraalimpiikii 17ffaa Paarisirratti ni hirmaatti Debela Tadesse Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Dorgommii Paaraalimpiikii 17ffaa Paarisitti Hagayya 22 eegalee gaggeeffamurratti ni hirmaatti. Dorgommicharratti Atileetonni kuma 4 fi 400…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni Finfinnee duula biqiltuu dhaabuu boriirratti akka hirmaatan waamichi dhiyaate Debela Tadesse Aug 22, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)-Jiraattonni Magaalaa Finfinnee duula Guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu boru gaggeeffamurratti akka hirmaatan waamichi dhiyaate. Kantiibaan…