Itiyoophiyaa fi Yemen hariiroo walta’iinsa isaanii sadarkaa caalutti ceesisuuf waliigalan
Finfinnee, Hagayya 15, 2016 (FBC) –Itiyoophiyaa fi Yemen hariiroo walta’iinsaa seena qabeessa qaban gara sadarkaa caaluutti ceesisuuf waliigalaniiru.
Kuwaataar, Iraan fi Yemenitti…