Oromiyaatti hidhawwan naannawaa Gammoojjitti ijaaraman Horsiisee Bultoota fayyadamoo taasisaa jiru…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti hidhawwan xixiqqaa fi giddugaleessa naannawaa gammoojjitti ijaaramaa jiran Horsiisee Bultoota misooma jallisiin fayyadamoo taasisaa…