Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa filannoo duraa dureewwan Biyyoota Afrikaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa filannoo duraa dureewwan biyyoota Afrikaa Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaatanii ta’uutti akka gammadu ibse.…