Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan xumurame Tsehay Guluma Feb 17, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC)- Yaa'iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurameera. Yaa'icharratti Dureewwan biyyoota Afrikaa garaagaraa,…
Oduu biyya keessaa Keessummoonni Yaa’ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaa waa’ee Itiyoophiyaa hubannoo gahaa… Sifen Megersa Feb 16, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa haala waliigalaa Yaa'ii idilee Gamtaa Afriikaa 38ffaa ilaalchisuun ibsa kenneera. Keessummoonni Yaa'ii Idilee…
Ispoortii Liiverpuul 2 – 1 Woolviis Sifen Megersa Feb 16, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Piriimeer Liigii Ingilaandiin Liiverpuul Woolviis injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 25ffaa har'a…
Oduu biyya keessaa Jijjiiramni ummannii fi Mootummaan Itiyoophiyaa tokkummaan galmeessan ajaa’ibsiisadha –… Sifen Megersa Feb 16, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Milkaa'inni ummannii fi Mootummaan Itiyoophiyaa tokkummaan galmeessan ajaa'inbiisaa ta'uu Mootiin Isiwaatiinii Miswaatii Saalsaawiin ibsan.…
Biiznasii Oomisha Buna, Shaayee fi mi’eessituuwwanirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.16 argame Sifen Megersa Feb 16, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Baatiwwan torban darban keessa Buna, Shaayee fi mi'eessituuwwanirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.16 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayee…
Fayyaa Afrikaarraa Busaa dhabamsiisuuf Doolaarri biiliyoonni 5.2 kan barbaachisu ta’uu ibsame Sifen Megersa Feb 16, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Afrikaarraa Busaa dhabamsiisuuf waggaa waggaan Doolaarri biiliyoonni 5.2 kan barbaachisu ta'uu Pireezidaantiin duraanii Laayibeeriyaa Eelan Joonsan…
Reediyoo Dooktar Geediyoon gita isaanii Madaagaaskaar waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 16, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) -Ministirri Ministeera Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos gita isaanii Madaagaaskaar Raastaa Raafiraavaaviitaafikaa waliin mari'ataniiru. Dhimmoota waloo…
Ispoortii Atileet Yoomiif Qajeelchaan dorgommii fiigicha meetira kuma 10 injifate Sifen Megersa Feb 16, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Atileet Yoomiif Qajeelchaan dorgommii fiigicha meetira kuma 10 Ispeen Kaastilootti dorgomame injifateera. Atileet Yoomiif Qajeelchaan fageenyicha…
Oduu biyya keessaa Mootiin Isiwaatiinii Masaraa biyyaalessaa daawwatan Sifen Megersa Feb 16, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Mootii Isiwaatiinii Miswaatii Saalisaawiinii Masaraa biyyaalessaa daawwachiisaniiru. Mootichi…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itti aantuu Daayrektera Waliigalaa Dhaabbata Misooma Indaastirii… Sifen Megersa Feb 16, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan itti aantuu Daayrektera waliigalaa Damee Hariiroo Alaa fi Tumsa idil addunyaa…