Pireezidaantiin Mana Maree Pireezidaantummaa Liibiyaa Finfinnee Galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Mana Maree Pireezidaantummaa Liibiyaa Mohaammad Yanuus Manfii Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…