Waajabila Faanaa Sa’a Doolaara miiliyoona 4.8tti gurguramte Sifen Megersa Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Biraaziilitti Sa’i tokko Doolaara miiliyoona 4.8tti gurguramuun riikardii addunyaarratti galmoofte. Sa’attiin kun Kiiloogiraama kuma 1 fi 101 kan…
Oduu biyya keessaa Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee ajandaalee lamarratti murtoo dabarse Sifen Megersa Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee Walga’ii Idilee 8ffaa bara hojii 4ffaa taa’een ajandaalee lamarratti murtoo dabarseera. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Somaaliyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 38ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaanti Hasan Sheek…
Oduu biyya keessaa Namni beelladota Birrii miiliyoona 1.5 olitti tilmaamaman saame hidhaa cimaa waggaa 20’n akka… Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)-Namichi meeshaa waraanaan sodaachisuun beellaadoota Birrii miiliyoona 1.5 olitti tilmaamaman saame hidhaa cimaa waggaa 20’n akka adabamu Manni Murtii…
Oduu biyya keessaa Xannachi kiloo giraama 12 ulfaatu wal’aansaan baafame Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Hospitaala Jalqabaa Hoolataatti Xannachi kiilo giraama 12 ulfaatu tajaajila baqaqsanii wal’aanuu haadhaa tokkoo keessaa baafame. Xannachichi erga…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantii Itti Aantuun Ugaandaa Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti Aantuun Ugaandaa Jaasiikaa Aluuppoon Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarraatti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Jaasiikaa Aluuppoo…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Giinii Bisaawu Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Giinii Bisaawu Umaaroo Siisookoo Embaaloon Finfinnee galaniiru. Pireezidaantichi Wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…
Oduu biyya keessaa Gadaan Booranaa baallii dabarsuuf jiru Sirna Dullacha Saphuphaa raawwate Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Gadaan Booranaa Marsaa Gadaa 72'ffaan baallii dabarsuuf jilarra jiru sirna Dullacha Saphuphaa raawwate. Gadaan Booranaas barana haaroomsaa as marsaa…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Mooriishiyas Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee Mooriishiyas Naaviinchaadiraa Raamgoolaam Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Naaviinchaadiraa…
Oduu biyya keessaa Pireezidantiin Madagaaskaar Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Madagaaskaar Andirii Raajuuweeliinaa Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaantichi Wayita…