Sonawwan man-dhalee bu’uureffachuun yeroo gabaabaa keessatti bu’aaleen galmaa’aniiru-Obbo Adam…
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Sonawwan man-dhalee teeknooloojiif, yaada kalaqaaf dhiyoo ta’anirratti bu’uureffachuun hojiileen eegalaman yeroo gabaabaa keessatti bu’aa galmeessuu eegaluu…